Iskeelii minda harawa. Sirreeffama iskeelii mindaa Hojjattoota Mootummaa, M...
Iskeelii minda harawa. Sirreeffama iskeelii mindaa Hojjattoota Mootummaa, Muudamtoota mootummaa fi filatamtoota uummataaf, Mootummaan hojjattoota mootummaa mindaa gadi aanaa argataa jiranii fi qaala'iinsa jireenyaa dandamachiisuuf taasise hojiirra oolchuuf qajeelfama raawwii ifaa sirreeffama iskeelii mindaa baasuun barbaachiisaa ta'ee argameera. 6) Dhimma iyyataa fi komii raawwii kaffaltii iskeelii mindaa hojjettootaa dhiyaatu ofitti fudhachuudhaan ni ilaala, qorachuudhaan deebii akka argatu ni taasisa. Mar 11, 2017 · Iskeelii gabatee sirreeffama miindaa hojjettoota mootummaa naannoo Oromiyaa Daballiin taasifames %74 hanga %6. Fooyyessi mindaa taasiifamu yoo jiraate qaama dhimmi ilaallatuun kan ifoomu ta’uu dubbataniiru. Jan 2, 2025 · Qajeelfama Raawwii Sirreeffama Iskeelii Miindaa Qaala’iinsa Jireenya Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dandamachiisuuf bahe Lak 27/2017 Iskeelii Mindaa 1. Aug 8, 2024 · Iskeelii mindaa hojjettoota mootummaa jedhamuun fuulawwan miidiyaa hawaasummaan oliif gadi adeemaa jiru olola ka’umsa hin qabne ta’uu himaniiru. 7 Kaffaltiin sirreefamni iskeelii mindaa hojjettoota mootummaa, muudamtoota mootummaa fi filatamtoota uummataaf haayyamamee kun minda ji'a Fulbaanaa bara 2017 kaffalame ka'umsa godhachuun kan raawwatamu ta'a. Iskeeliin mindaa hojjattoota mootummaa humna faayinaansii mootummaa, haala waliigala jireenya uummataa, sadarkaalee gatii, haalawwan biroo tilmaama keessa galcheen yeroo yeroon qoratamee kan murtaa’u ta’a. . 5) Kaffaltii iskeelii mindaa hojjettootaaf raawwatamu irratti hordoffii fi deeggarsa ni taasisa, ni to ata, bakka hanqinnii jirutti tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata. wxaidqgf llom offs ecsp usmg wyrh suvmpj nvvzgsdx zcjye mtjvgo